Bulchiinsi Hindii Nagaalaand jedhamtu foon saree alaa galchuu, akkasumas daldaluu dhorkite. Murtee kanas kanneen mirga bineeldotaaf falman leellisaniiru. Bulchiinsi Kaaba - Bahaa biyyattiitti argamtu ...
Hindiittis ta'e addunyaa biraatti tumachuun fakkeenya bilisummaa fi qabsooti. Dargaggoonni hedduu eenyummaa isaanii fi wanta adda isaan godhu agarsiisuuf itti fayyadamu, Anaaf garuu qabsoon tumachuu ...